Our website is made possible by displaying online advertisements to our visitors.
Please consider supporting us by disabling your ad blocker.

Responsive image


Arsii

Godina Arsii
Biyya: Itoophiyaa
Naannoo: Oromiyaa
Magaalaa Guddaa: Asallaa
Baayyina ummataa: 3,337,806[1]
Tuuta'insa ummataa: 145[1]

Arsiin godinaalee Oromiyaa keessa isa tokko. Maqaan godinaa kan moggaafame ummata Oromoo Arsii ilma Booranaa irraahi. Ummatni Arsii baayyinnaan naannoo Baalee fi Arsii keessa jiraatu.

Dangaa Godina Arsi Kibbaan - Baale
Kibba Dhihaan - Sabaa, Sablammoota fi Ummattoota Kibbaa
Kaaba Dhihaan - Shawaa Bahaa
Kaaban - Mootummaa Naannoo Affaar
Bahaan - Harargee Dhihaa

Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa akka gabaasetti bunni tonii 2198 ta'u gara dhumaa bara 2005 akka aanaa kanatti oomishama. Kunis gabaasa Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shayii Itoophiyaa irraa fudhatame. Kuni immo basii 1.9% Arsi yoo ta'u, Itoophiyaafi immo basii 0.97% ta'a. Magaalaa guddoon Arsii Asalla yoo ta'u, lafonni biraa Arsii kessatti argaman kan akka Abomsa fi Asasa jedhamani ni jiru.

  1. 1.0 1.1 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu

Previous Page Next Page






Арси (зона) Bulgarian Arsi Zone CEB Arsi-Zone German Arsi Zone English Arsi (zone) French Arussi (zona) Italian Arsi Portuguese Arsi Swedish 阿爾西地區 Chinese Arsi Zone ZU

Responsive image

Responsive image